Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lallaba ma.
lallaba ma.
GAO
Hiika
1.dubbii sagalee ol fuudhanii dubbatan; Ati lallaba malee dubbii hindandeessuu? 2.barsiisa macaafa Qulqulluu; Mana sagadaa itti lallabaa jiru. 3. haasaa bu'aa hinqabne yookiin ija hinqabne, xibaara, qaaqa; Lallaba kee kana namni siif dhagawu hinJiru! 4. seera hima kan dur jaarsi Oromoo seera Gadaa keessatti malkaa bu'ee dhageessisu; Lubni Oromoo malkaa bu'ee lallaba dhageessisa.
Sponsors