lakkisaa da.go.

GAO

Hiika

1. nama ulfina kennaniif yookiin nama baayeedhaan waawuu, mitil jechuu; Lakkisaa, ani isin hinwaamne! 2 . sodaachisa waan ta'ee kan ittiin himan; Lakkisaa dhiisaa! dubbittiin gadhee taatii!
Sponsors