1. waan lagatamu; Maqaa dhirsaa waamuun dur laguu ture. 2. xurii dubartii yookiin dhiiga dubartiitti...
akka itti qabbanaa'u gochuu, sabrii akka argatu gochuu, gab jechisiisuu; Mucaa eenga'aa tokko reebee...
baay'inni yookiin lakkoofsi waan tokkoo beekamuu; Horiin kun lakkaa'amuu qaba ture.
sagalee diddaa yookiin akka waa hintaane ittiin beeksisamu; Waawuu lakkii, hindeemne mana jira. 2. s...
1. nama ulfina kennaniif yookiin nama baayeedhaan waawuu, mitil jechuu; Lakkisaa, ani isin hinwaamne...
akka waan tokko hingoone yookiin akka waanti tokko hintaane gochuu; Maxxannee kana uffata koo irraa ...
1. horii, namoota kun waan biraa kan haadhatokko irraa yookiin waan tokko irraa wal duukaa(wajjin) d...
horii manaa kan wal fakkaattu, tan foon yammuu nyaatan ciinca'u, re'ee; "Walitti galeef wal irraa hi...
1. bifa biqiltuu kan itti tolee bayeessa ta'e; araddaa irraa lalisa baannan ijjiisaa baafata. 2.bi...