Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
laguu 2 ma.
laguu 2 ma.
GAO
Hiika
1. waan lagatamu; Maqaa dhirsaa waamuun dur laguu ture. 2. xurii dubartii yookiin dhiiga dubartiitti ji'a ji'aan dhufu; Dubartii laguu keessa jirtu harkaa waa hinnyaatan curan.
Sponsors