barbaadanii arguu dadhaba, ijibbaata; Otuun manaa sin dhabaa beekee hindhufun ture. 2.rakkina horii ...
kan qabeenya hinqabne, rakkataa, deegaa, miskiina. 2.nama mirga hinqabne; Dhabaan ajjeesaa dura hing...
jiraachuu hafuu; Qorichi Eedsii fayyisu dhabamuu isaatiin baay'eetu dhume. 2. ija duraa dhokachuu,ba...
1. rakkina horii yookiin waan nama barbaachisu argachuu hafuu. 2. ijoollee godhachuu hafuu. 3. barba...
bineentii focii fakkaattu, tan dhaqni ishii bineentii focii fakkaattu, tan dhaqni ishii qoraattii ...
1. waan lama waliin rukut chuu; Kormaan hindaaqqoo yammuu iyyuuf jedhu baallee dhadha'ata. 2. midhaa...
1. itti deddeebi'anii dha'uu. 2. waan mi'a keessatti hafe raawwatanii keessaa fuudhuu; Daakuullee hi...
waan aannani walitti kuusame keessaa yeroo raasan dhandhoonamee bawu, kan waan nyaata adda addaatti ...