Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhadhaa ma.
dhadhaa ma.
GAO
Hiika
waan aannani walitti kuusame keessaa yeroo raasan dhandhoonamee bawu, kan waan nyaata adda addaatti makamee nyaatamu yookiin dhaqnatti dibatamu; "Ofiif yoo jette na dhugi jedhe dhadhaan".
Sponsors