Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaba ma.
dhaba ma.
GAO
Hiika
barbaadanii arguu dadhaba, ijibbaata; Otuun manaa sin dhabaa beekee hindhufun ture. 2.rakkina horii yookiin rakkina waan nama barbaachisuu; Haadha dhaba mana namaatti kooluu gale; Dhaba horii qaba.
Sponsors