dhabamuu go.

GAO

Hiika

jiraachuu hafuu; Qorichi Eedsii fayyisu dhabamuu isaatiin baay'eetu dhume. 2. ija duraa dhokachuu,baduu; Mucaan biyya keessaa dhabamun baay'ee warra naasise. 3.jireenyi waa tokkoo taawwachuu; Beelli hamma biyyaa dhabamutti hojjechuu nu barbaachisa.
Sponsors