Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhadha'achuu go.
dhadha'achuu go.
GAO
Hiika
1. waan lama waliin rukut chuu; Kormaan hindaaqqoo yammuu iyyuuf jedhu baallee dhadha'ata. 2. midhaan rukutanii callaa baafachuu; Xaafii kaasuu tokko dhadha'achuu deemte. 3. waan qoda keessatti hafee ture raawwatanii fudhachuu yookiin fixuu; Boqqolloo gumbii keessaa dhadha'anii mana baaburaatti geessan. 4. dhaqna ofii irraa waan akka daaraa, 'awwaaraa, w.k.f., rukutanii of qulqulleessuu; Daaraa of irraa dhadha'attee gola as baate. lubbuun bawuuf karaa irra jiraachuu; Du'uf lubbuun keessaa dhadha'ate.
Sponsors