dhadha'uu go.

GAO

Hiika

1. itti deddeebi'anii dha'uu. 2. waan mi'a keessatti hafe raawwatanii keessaa fuudhuu; Daakuullee hinqabuu, isee keessatti hafte keessaa dhadha'ii fudhadhu.
Sponsors