walii galtee namni waa? ta'e wal faana .nqjjechuuf yookiin walii hojjechuuf waadaa galu;Wuliidhaan m...
mi'a buqqee irraa tolfamu, kan far'soo yookiin bishaan ittiin dhugan; Bishaan Wullee tokko dhugeeti ...
buqqee morma dheeraa qabdu, kan ittiin bishaan baatan; Ganamaan bishaan wusa tokko waraabbatte. "u...
olii gadi kaacha, jarjara, ifaaja; Wuxxirfachi humna wajjin bareeda. 2.humna malee dhama'a; Wuxxirfa...
waan akka dikee yookiin dhoqqee itti gatanii yookiin yeroo gabaabaaf qonnaa dhiisanii lafti akka gab...
lafti gabbachuu, kan qotanii yoo midhaan facaasan midhaan tolchuuf ta'u; Lafti xaa'omu malee midhaan...
iddoo biiroon poolisii itti argamu, bakkee namni yakka hojjete itti yakkamee yeroo xiqqoofis itti hi...
midhaan ija shishifii kan uumamni ishee hamma tuqaa limmoo geessu, tan fireen ishee diimaa yookiin a...