xaa'omuu go.

GAO

Hiika

lafti gabbachuu, kan qotanii yoo midhaan facaasan midhaan tolchuuf ta'u; Lafti xaa'omu malee midhaan sirriitti magarsee callaa gaarii irraa argachuun hindanda'amu.
Sponsors