xaafii ma.

GAO

Hiika

midhaan ija shishifii kan uumamni ishee hamma tuqaa limmoo geessu, tan fireen ishee diimaa yookiin adii, tan badda daree yookiin

gammoojjiitti margitu, tan fireen ishee firee muriyyii fakkaattu; xaafiin akaayii hinta'u; Xaafiin buddeena marqaafi qixxaa ta'a.
Sponsors