xaa'omsuu go.

GAO

Hiika

waan akka dikee yookiin dhoqqee itti gatanii yookiin yeroo gabaabaaf qonnaa dhiisanii lafti akka gabbatu (xaa'omu) gochuu.
Sponsors