wuxxirfacha ma.

GAO

Hiika

olii gadi kaacha, jarjara, ifaaja; Wuxxirfachi humna wajjin bareeda. 2.humna malee dhama'a; Wuxxirfachi dulluma keessa bu'aa hinqabu.
Sponsors