amalli akka tolu gochuu, damboobsuu, kasoomsuu; Horii amala hinqabne sossobbiidhaan naalchu.
marsaa iddoo tokkoo, kan baay'ee utuu achi hinfagaatin bakka waan tokko jirutti marse argamu; Inni n...
1. itti marsuu, walakkeessatti irraa fagaatanii, bakk tokkoo ka'anii, hamma bakka irraa ka'aniitti w...
1. akka naannawu gochuu. 2. loliinsaan wal barbaaduu; Qotiyyoon wal naannessatti akka ija wal hinsee...
1.waan naannawu; Karaa naannoo hindeemin. 2. kan utuu hammeenya hinqabaatin gara hammeenyaatti hiika...
sodaa guddaa duunyittii yookiin tasa namatti dhaga'amu, rifannaa; Du'a fira ofii yammuu dhaga'an naa...
bareedina utuu hinqabaatin, ilaalcha duwwaadhaan waan nama irraa nama gammachiisu, waan nama nama ja...
1. uumamuu; Mucaan gaafuma ulfaaye nabsee godhata. 2. rakkina keessaa bawuu, kan duraa irra fooyya'u...
waan uumama sosochoosu, kan uumamni gosa biqiltuu hinta'in hundi ittii jiraatu, lubbuu; Namni nabsee...
utuu itti hinyaadin yookiin utuu hinbeekin nama ajjeesuu; Qawween harkaa baarraqee nabseen namaa har...
1. jireenyaafi du'a gidduu tursuu; Dafii ajjeesi nabseen hintaphatiniitii! 2. baay'ee rakkisuu, gar ...
gochuun nama irra kan ture utuu hingodhin hafuudhaan waan booda namatti dhaga'amu,gaabbii.
dhibee dhaqna namaa madeessee cicciru, keessumattuu quba harkaatiifi uba miillaa kan ciru, qurceessu...
muka qal'aa kan waanti foolii gaarii qabu irratti dibame, yammuu abiddi tuqu aara foolii gaarii baas...