nabsee godhachuu go.

GAO

Hiika

1. uumamuu; Mucaan gaafuma ulfaaye nabsee godhata. 2. rakkina keessaa bawuu, kan duraa irra fooyya'uu; Eegiin midhaan nyaadheen nabsee godhachuu koo bare. 3 . yaada ijoollummaa keessaa bawuu, bilchaachuu; Duraan barumsa nijibba, amma garuu nabsee godhachuu isaati, qajeelumatti baraa jira.
Sponsors