Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
molgoo 2 ma.
GAO

gosa nyaataa.

moloksee ma.
GAO

amantii kirisitaanaa keessatti nama addunyaan kun nagaye jedhee Waaqaaf jiraatu, kan qoobii mataatti...

moluu ma.
GAO

mataa rifeensi irraa luqqa'e.

mommoqaa ad.
GAO

lallaafaa, laaqamaa.

mommoqaa ma.
GAO

akka malee bilchaatee lallaafa, laaqama.

mommoquu go.
GAO

akka malee bilchaatee lallaafaa,laaqamaa ta'uu; Muuziin akka malee bilchaannaan mommoquu hindhiisu.

moo da.go.
GAO

1. jecha "ammoo" jedhamu yammuu sagalee biraa irratti dabalamee dhufu gabaabsamuu isaa kan muldhisu;...

moo'achiisuu go.
GAO

akka moo'u gochuu.

moo'achuu go.
GAO

1. humnaan irra aanuu, injifachuu; Kan humnaan caalu moo'achuu hin'oolu. 2. abshaalummaan, malaan ca...

moo'amuu go.
GAO

1. humnaan gadi ta'anii jala 'ooluu, injifatamuu; Tolaan waan humnaan na caaleefan moo'ame; Biyyi da...

moo'atamuu
GAO

"moo'amuu" ilaalaa.

moo'uu go.
GAO

1. humnaan of jala oolchuu, injifachuu. 2.  biyya yookiin naannoo tokko irratti mootii ta'uu, bulch...

moofa'uu go.
GAO

1. yeroo dheeraadhaaf tajaajilee bututuu; Uffanni kun moofa'e; Sibiilli moofa'e qara hinqabu. 2. yer...

moofaa ad.
GAO

kan haaraa hintaane; Yaanni mootaan yeroo wajjin hindeemu; Haaraa dhaban mootaa uffachuun dirqama.

moofechuu
GAO

"moofessuu" ilaalaa.

moofessuu go.
GAO

akka moofa'u gochuu yookiin moofaa taasisuu.

mooftuu ad.
GAO

waanta dhaltuu yookiin yartuu moofaa taate.

moofuu
GAO

"moofa'uu" ilaalaa.

moogu
GAO

"mukuu" ilaalaa.

mooji je.
GAO

1. jecha gaaffii namaa dhiyaateef ani hinbeeku jechuuf oolu; Aabbee eessa dhaqe? Mooji; Inni maaliif...

Sponsors