Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
moo'amuu go.
moo'amuu go.
GAO
Hiika
1. humnaan gadi ta'anii jala 'ooluu, injifatamuu; Tolaan waan humnaan na caaleefan moo'ame; Biyyi dadhabduun diinaan moo'amti. 2. malaan namaa gadi ta'anii nama jalatti buluu. 3. balleessaan namatti muramuu, seerri namatti jiguu.
Sponsors