moo da.go.

GAO

Hiika

1. jecha "ammoo" jedhamu yammuu sagalee biraa irratti dabalamee dhufu gabaabsamuu isaa kan muldhisu; Fakkeenyaaf dhutemoo(dhufe ammoo).2. ittiin mormuu kan agarsiisu; Moo! dhaqii gaafadhu, ani hinbeeku.
Sponsors