mooji je.

GAO

Hiika

1. jecha gaaffii namaa dhiyaateef ani hinbeeku jechuuf oolu; Aabbee eessa dhaqe? Mooji; Inni maaliif kana hojJete? Mooji isaa. 2. ifaatuu yookiin arrabsoo siif hinbeeku ittiin jedhan; Mooji keetiree natu siif beekaa?
Sponsors