moo'uu go.

GAO

Hiika

1. humnaan of jala oolchuu, injifachuu. 2.  biyya yookiin naannoo tokko irratti mootii ta'uu, bulchuu; Namni biyyi filate yoonama moo'e biyyi nagaa argata. 3. mana seeraatti seera namatti Jiksiisu;  Yakka isaatiif ragaa argattu malee moo' uu hindandessu.
Sponsors