1."lafa Jala" ilaalaa. 2.sirba cidha fuudha fi heeruma kan torban lamaan dura Jalqabamu, Jala bultii...
1.lafti akka midhaan bayeessa godhee marguuf jecha yeroodhaaf qotuu dhiisuu; Lafa borqii yoo lafa ba...
1.akka bakka turaa gadi dhiisanii lafatti kuffisuu; Birrii kee lata buuste. 2. jaalala, ilaallii, w....
1.bakka waa hinjirre; Utuun adeemuun lafa duwwaatti dhufe. 2. sababa malee; Maaliif lafa duwwaatti d...
1.konkolaataa, gaangee, w.k.f utuu hinyaabba in miillaan iddoo tokkoo kaa'anii gara manaatti deemuu....
1.. waan baatan lafa kaa'uu; Ba'aa kana lafa godhi 2. utuu ciniinsuun itti hinjabaatin dafanii dawuu...
1. lafa hanqisuu. 2. waaqa irratti qolachuu; Akka ani sitti darbadheen lafa hankaaksii qabii! 3.koor...
1.lafa hanqachuu, qilleensa irra ta'uu, utuu garri milllaa lafa hintuqin hafuu; Lata hankaakee tanni...
1. lafa irra gototuu; 0l fuudhii baadhu, maaliif lafa irra harkiftaa? 2.akka dafee hintaaneef yook...
lafa irra akka fiigu gochuu. 2. garmalee mudduu, ariifachlisuu, jarjarsuu; Qorumsi mana barumsaa n...
1. akka bakki yookiin iddoon hingeeny gochuu; As ijaajjitee lafa nutti hindhiphisinii gadi bayi! 2. ...
1.keessa lafaa; Lafa jala dhagaan Jira. 2. yeroo itti waa gochuuf jiran yookiin yeroo waan tokko ta'...
1.bakka uumamni akka namaa irra jiraachuu danda'u, kan biqiltuun irraa margu, kan bishaan irra yaa'u...
dargaggummaa, dhiyoo ka'eenya;Lafaa dhufa jirta, nafaan cufa. jirta, maaliif dadhabe jetta?
1.qophee taasifachuu yookiin qophaayee dhimma itti bawuuf lafa jiraachuu; Birrii meeqa lafaa qabda?
1. wanta irra keessa ture gara lafaatti ariitiidhaan buusuu, jigsuu; Ba'aa Iafaan dhawuu. 2. kuffisu...