Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lafaan dhawuu go.
lafaan dhawuu go.
GAO
Hiika
1. wanta irra keessa ture gara lafaatti ariitiidhaan buusuu, jigsuu; Ba'aa Iafaan dhawuu. 2. kuffisuu; Wal'aansoo qabeen lafaan dhaye.3.ajjeesuu; Har'a bineensa tokkon rasaasaan rukutee lafaan dhaye.
Sponsors