lafa baasuu go.

GAO

Hiika

1.lafti akka midhaan bayeessa godhee marguuf jecha yeroodhaaf qotuu dhiisuu; Lafa borqii yoo lafa baasanii qotan midhaan bayii magarsa. 2. lafa gabbisuu,a'omsuu; Dallaa horii diddiiruun lafa baasuuf tolan 3. hojii malee waggaa tokkoof tursuu; Hojii malee akkasrimaan lafa baase. 4. waan qaban keessaa kophaatti qaasanii kennuu, namaaf qooduu; Jaarsi isee lafa kophaatti baaseefi du'e.
Sponsors