Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lafa duwwaa da. go.
lafa duwwaa da. go.
GAO
Hiika
1.bakka waa hinjirre; Utuun adeemuun lafa duwwaatti dhufe. 2. sababa malee; Maaliif lafa duwwaatti dheekkamtaa?
Sponsors