lafa itti dhiphisuu go.

GAO

Hiika

1. akka bakki yookiin iddoon hingeeny gochuu; As ijaajjitee lafa nutti hindhiphisinii gadi bayi! 2. dubbiidhaan Jarjarsanii gara wallaalchisuu, dhaabbiifi taa'umsa dhowwuu; Homaa waanti inni fide hinjiru, akkasumaan oduudhaan lafa nutti dhiphisa.
Sponsors