Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dhangaggaawaa
GAO

"dhangaggaa'aa ilaalaa.

dhangaggaawuu
GAO

"dhangaggaa'uu" ilaalaa.

dhangaggeessuu go.
GAO

1. akka dhangaoqaa'u gochuu; Farsoo lafa tursaniiti dhangaggeessan. 2. dubbiin ofii akka hinmi'oofne...

Dhangaggoo ma.
GAO

gosa mukaa kan yoo alanfatan namatti dhangaggaawu, saakarraawu. 2. maqaa biyyaa.

dhangaggooftuu ad.
GAO

tan dubbiin isee bushaawu.

dhangala'aa ad.
GAO

kan dhangala'uu danda'u.

dhangala'uu go.
GAO

1.waanti akka shaanii, farsoo, aannanii, callaa midhaanii, w.k. f.,mi'a keessaa garagalee tamsa'uu,l...

dhangalaafamuu go.
GAO

1. lafa irra rafamuu, gadi nam'uu, tamsaafamuu. 2.cuuphee yookiin eeboodhaan waraanamanii ajjeefamuu...

dhangalaasa ma.
GAO

akka dhangala'u gocha.

dhangalaasisuu go.
GAO

akka dhangalaasu gochuu; Dhiiga namaa kan dhangalaasise, kan isaas dhangala'uu hinhafu.

dhangalaasuu go.
GAO

1.akka waadaa keessaa dhangala'uchuu. 2.gar Jabinaan waan akka  cuuphee yookiin eebootiin nama ajje...

dhankaaka ad.
GAO

horii dhaluu diddee coomte, tan kormi bira hindeemne maseena.

dhanquu ma.
GAO

1. maqaa mukaa kan yeroo baay'ee dallaa ittiin ijaaruuf oolu. 2. muka fedhe,baallaa qabu.

dhaqa ma.
GAO

1. bakka tokkoo bakka biraa deemsa; Dhaqaafi gala kaachuu; Majiin dhaqaafi gala daaka. 2. nadheen wa...

dhaqachuu go.
GAO

dhimmi nama qabee nama yookiin waan dhimma sana namaaf raawwatu bira deemuu;Laga dhaqachuun bishaan ...

dhaqdhaqii ma.
GAO

lafa jiidhi yookiin dhoqqeen keessa jiru, kan yommuu irra ijjetan gadi nama liqimsu, sossootuu;Dhall...

dhaqdhaquu go.
GAO

har'aa borii yookiin yeroo baay'ee dhaquu; Mana soddaa dhaqdhaquu hinbaay'isin.

dhaqna dhabuu go.
GAO

nafa yarachuu.

dhaqna dhufuu go.
GAO

waanti keessaan namatti dhaga'amu, fakkeenyaaf booyichi, dheekkamsi, w.k.f., bakkeetti nama irraa mu...

dhaqna ma.
GAO

dhaabbii yookiin akkaataa uumama namaa yookiin bineensaa, kan alaa mul'atu, qaama, nafa; Dhaqni nama...

Sponsors