dhangala'uu go.

GAO

Hiika

1.waanti akka shaanii, farsoo, aannanii, callaa midhaanii, w.k. f.,mi'a keessaa garagalee tamsa'uu,lola'uu;Okkoteen cabeeti bishaan dhangala'e. 2. imimmaan yookiin dhiigni namaa akka malee lola'uu; Aarteeti imimmaan dhangalaafte.
Sponsors