dhaqachuu go.

GAO

Hiika

dhimmi nama qabee nama yookiin waan dhimma sana namaaf raawwatu bira deemuu;Laga dhaqachuun bishaan waraabuuf; Dhukkuba irraa fayyuuf, mana qaalluu dhaqachuu hinbarbaachisu, hakiimii bira deemuu wayya malee.
Sponsors