dhangaggeessuu go.

GAO

Hiika

1. akka dhangaoqaa'u gochuu; Farsoo lafa tursaniiti dhangaggeessan. 2. dubbiin ofii akka hinmi'oofne gochuu; Yeroo dubbattu dubbii kee hindhangaggeessin.
Sponsors