dhaqna ma.

GAO

Hiika

dhaabbii yookiin akkaataa uumama namaa yookiin bineensaa, kan alaa mul'atu, qaama, nafa; Dhaqni namaa rifeensa mataatii. jalqabee hamma qeensa miillaatti kan jirudha; Dhaqna hoolaa irraa dabbasaatu marga. 2. qaama hormaataa(qunxurroo yookiin buqushaa); Durba dhaqna qabuun wayiiti (yawuttii) da'iisaa rakkina itti fida.
Sponsors