1. sodaan dhaqna dhufuu, waan nidhufa Jedhanii yaadaniin nawuu; Oduudhuma xinnoodhaan daafa. 2. saba...
guyyaa malee, dingata, battala; Hadaraa naaf dhiisi, utuu hinbeekin dagaggama sitti bu'ee.
guyyaa malee, dingata, battala; Hadaraa naaf dhiisi, utuu hinbeekin dagaggama sitti bu'ee.
1.horii qotisa irratti dhibaawu; Qotiyyoo daagiidhaan qonnaan nama jalaa hinsiqu. 2. nama dhibaayaa;...
1.horii qotisa irratti dhibaawu; Qotiyyoo daagiidhaan qonnaan nama jalaa hinsiqu. 2. nama dhibaayaa...
midhaan gaggabaabduu toora tooraan dalga yaatee, gara waaqaatti qabdee ija naqattu, kan ijjiisee ija...
midhaan gaggabaabduu toora tooraan dalga yaatee, gara waaqaatti qabdee ija naqattu, kan ijjiisee ija...
akka daagujjaa reebanitti . reebuu, rukutuu, butuchuu; Uleedhaan daagujjeessee gadi lakkise.
akka daagujjaa reebanitti . reebuu, rukutuu, butuchuu; Uleedhaan daagujjeessee gadi lakkise.
1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu. 2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e...
1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu. 2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e ...
sanyii allaattii kan bishaan ciisaa irra balaliitu, kan qeensi isce garasiifi garanaa ribuu yookiin ...
sanyii allaattii kan bishaan ciisaa irra balaliitu, kan qeensi isce garasiifi garanaa ribuu yookiin ...