daakamuu go.

GAO

Hiika

1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu.  2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e dadhabuu, bututuu; Fiigichaan  dhaqni  na daakame. 3. tumiinsaan yookiin waan nama irra bayeen dhaqni namaa bakka bakkatti caccabuu; Dhagaadhaan dhoofnaan ilkaan irraa daakame; Konkolaataan irra bayee miilli daakame.
Sponsors