daafuu go.

GAO

Hiika

1. sodaan dhaqna dhufuu, waan nidhufa Jedhanii yaadaniin nawuu; Oduudhuma xinnoodhaan daafa. 2. sababa ta'anii balleessaa irraan nama gawuu; odoo ati na daafuu baattee harki nan darbu.

Sponsors