Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
daakamuu go.
daakamuu go.
GAO
Hiika
1. caccabee akka daakuu ta'uu; Midhaan daakamuu. 2. dhaqni namaa hojiin baay'achuu irraa kan ka'e dadhabuu, bututuu; Fiigichaan dhaqni na daakame. 3. tumiinsaan yookiin waan nama irra bayeen dhaqni namaa bakka bakkatti caccabuu; Dhagaadhaan dhoofnaan ilkaan irraa daakame; Konkolaataan irra bayee miilli daakame.
Sponsors