Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
daagujjaa ma.
daagujjaa ma.
GAO
Hiika
midhaan gaggabaabduu toora tooraan dalga yaatee, gara waaqaatti qabdee ija naqattu, kan ijjiisee ija bisingaatiin gadi Jedhu; Farsoon daagujjaa dammaan makame baayeesa mi 'aawa.
Sponsors