Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bulluqsa ma.
GAO

akka bulluqu gocha.

bulluqsa ma.
GAO

akka bulluqu gocha.

bulluqsaa ma.
GAO

1. akaayii midhaan callaa jiidha dhaqnaa qabu; Bulluqsaa asheetii. 2. midhaan nyaataa kan daaksisuun...

bulluqsaa ma.
GAO

1. akaayii midhaan callaa jiidha dhaqnaa qabu; Bulluqsaa asheetii. 2. midhaan nyaataa kan daaksisuun...

bulluqsuu go.
GAO

nama rakkisuu, dhibuu. 2. akka bulluqu gochuu, o'isuu.

bulluqsuu go.
GAO

nama rakkisuu, dhibuu. 2. akka bulluqu gochuu, o'isuu.

bulluquu 1
GAO

"buhaawuu"  ilaalaa.

bulluquu 1
GAO

"buhaawuu"  ilaalaa.

bulluquu 2 go.
GAO

o'inni  itti dhaga'amuu. 2. gara dhangala'aatti o'aan geeddaramuu, baquu; Dhadhaan o'a argannaan bu...

bulluquu 2 go.
GAO

o'inni  itti dhaga'amuu. 2. gara dhangala'aatti o'aan geeddaramuu, baquu; Dhadhaan o'a argannaan b...

bultee ma.
GAO

1.akkaataa itti bulan, jiraatan, faara bulii; "Ollaan akkam bultee beeka, akka itti bule abbaatu bee...

bultee ma.
GAO

1.akkaataa itti bulan, jiraatan, faara bulii; "Ollaan akkam bultee beeka, akka itti bule abbaatu be...

bultii
GAO

"bulii" ilaalaa

bultuu ad.
GAO

1.tan amala gaarii qabdu,  tan  nama  wajjin jiraachuu dandeessu. 2. tan jireenya dheeraa ,qabaac...

bultuu ad.
GAO

1.tan amala gaarii qabdu,  tan  nama  wajjin jiraachuu dandeessu. 2. tan jireenya dheeraa ,qabaac...

buluu go.
GAO

bakkee tokkotti alkan dabarsuu; Edana as buluu barbaaddaa? 2. yeroo dheeraa jiraachuu, turuu (umriin...

buluu go.
GAO

bakkee tokkotti alkan dabarsuu; Edana as buluu barbaaddaa? 2. yeroo dheeraa jiraachuu, turuu (umrii...

buna ma.
GAO

muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka ...

buna ma.
GAO

muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka...

buna qaluu go.
GAO

buna qalaa qopheessuu.

Sponsors