Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
buna ma.
buna ma.
GAO
Hiika
muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka kanaa (bunaa). 3. dhugaatii buusaa bunaa irraa qophaawu, kan araada nama qabsiisu. buna qalaa ma. buna difina eega affeelamee booda babbaqaqsamee, dhadhaadhaan sukkuumamee nyaatamu; Sa'a yeroo dhaabba kan buna qalaafi baaduu namaa dhiyeessu.
Sponsors