bultee ma.

GAO

Hiika

1.akkaataa itti bulan, jiraatan, faara bulii; "Ollaan akkam bultee beeka, akka itti bule abbaatu beeka." 2. nyaata ganama nyaatan kan irbaata irraa (yeroo baay'ee) hafu; Namni karaa deemu bultee odoo hinnyaatin bawuu hinbarbaachisu. 3. jimaa (caatii) muramee odoo hinnyaatamin bubbule.
Sponsors