buna ma.

GAO

Hiika


muka buusaan isaa yeroo bilchaatu akaayanii, tumanii, danfisanii dhugan. 2. buusaa yookiin ija muka kanaa (bunaa). 3. dhugaatii buusaa bunaa irraa qophaawu, kan araada nama qabsiisu. buna qalaa ma. buna difina eega affeelamee booda babbaqaqsamee, dhadhaadhaan sukkuumamee nyaatamu; Sa'a  yeroo dhaabba kan buna qalaafi baaduu namaa dhiyeessu.

Sponsors