buluu go.

GAO

Hiika


bakkee tokkotti alkan dabarsuu; Edana as buluu barbaaddaa? 2. yeroo dheeraa jiraachuu, turuu (umriin); Namni amma fe'e bulullee duuti hinhaftuuf; yoo ooyee! waliin jedhan malee dhirsiifi niitiin waliin buluu hindanda'an.
Sponsors