Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
damdamachuu go.
GAO

hubaatii irra gaye irraa fooyya' uu, wayyaawuu; Sareen damdamattu.

damdamachuu go.
GAO

hubaatii irra gaye irraa fooyya' uu, wayyaawuu; Sareen damdamattu.

damee ma.
GAO

1 . muka qaqal'aa yookiin lata garasii garanaan muka irratti biqilu; Muka dheeraa damee damee qabata...

damee ma.
GAO

1 . muka qaqal'aa yookiin lata garasii garanaan muka irratti biqilu; Muka dheeraa damee damee qabata...

damma ma.
GAO

1. nyaata kanniisni hojjettu, kan waan mi'aawan hunda irra mi'aawu; Damma nyaachuun fayyaa namaatii...

damma ma.
GAO

1. nyaata kanniisni hojjettu, kan waan mi'aawan hunda irra mi'aawu; Damma nyaachuun fayyaa namaatiif...

damma bookee ma.
GAO

damma bookeen yeroo baay'ee muka gammoojjii keessatti qopheessitu, kan qoricha jedhamu, keessumattuu...

damma bookee ma.
GAO

damma bookeen yeroo baay'ee muka gammoojjii keessatti qopheessitu, kan qoricha jedhamu, keessumattuu...

damma boombii ma.
GAO

damma boombiin muka qoqortee keessatti qopheessitu, kan bifti isaa gogaa cuumfame fakkaatu.

damma boombii ma.
GAO

damma boombiin muka qoqortee keessatti qopheessitu, kan bifti isaa gogaa cuumfame fakkaatu.

dammaawuu go.
GAO

damma godhachuu.

dammaawuu go.
GAO

damma godhachuu.

dammaqa ma.
GAO

hirriba keessaa ka'iisa; Dammaqa irra jiraa hin waamin. 2. rifatanii utaalcha; Dammaqa horiin yammu...

dammaqa ma.
GAO

hirriba keessaa ka'iisa; Dammaqa irra jiraa hin waamin. 2. rifatanii utaalcha; Dammaqa horiin yammuu...

dammaqsuu go.
GAO

akka dammaqu gochuu.

dammaqsuu go.
GAO

akka dammaqu gochuu.

dammaquu go.
GAO

1. hirriba keessaa ka'uu.  2. rifachuu; horiin  reef  konkolaataa  argitu ni  dammaqxi.  3. w...

dammaquu go.
GAO

1. hirriba keessaa ka'uu.  2. rifachuu; horiin  reef  konkolaataa  argitu ni  dammaqxi.  3. wa...

dammeechuu.
GAO

"dammeessuu" ilaalaa.

dammeechuu.
GAO

"dammeessuu" ilaalaa.

Sponsors