damma ma.

GAO

Hiika

1. nyaata kanniisni hojjettu, kan waan mi'aawan hunda irra mi'aawu; Damma nyaachuun fayyaa namaatiif bayeessa; Walalaa dammaa. 2. dubbii yookiin yaada tolaa; Hamma jettee, damma jette.
Sponsors