dammaqa ma.

GAO

Hiika

hirriba keessaa ka'iisa; Dammaqa irra jiraa hin waamin. 2. rifatanii utaalcha; Dammaqa horiin yammuu konkolaataa agartu dammaqxu argitee? 3. waan duraan hinbarre baracha; Dammaqa  siyaasaa.
Sponsors