Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dammaqa ma.
dammaqa ma.
GAO
Hiika
hirriba keessaa ka'iisa; Dammaqa irra jiraa hin waamin. 2. rifatanii utaalcha; Dammaqa horiin yammuu konkolaataa agartu dammaqxu argitee? 3. waan duraan hinbarre baracha; Dammaqa siyaasaa.
Sponsors