dammaquu go.

GAO

Hiika

1. hirriba keessaa ka'uu.  2. rifachuu; horiin  reef  konkolaataa  argitu ni  dammaqxi.  3. waan duraan hinbarin barachuu; Barumsa siyaasaatiin dammaqina argate.
Sponsors