Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
daboo ma.
GAO

1. wal ta'iins a namootaa, kan wal duukaa ba'anii.nama biraa hojiidhaan gargaaran, jigii, guzaa. 2. ...

daboora
GAO

"dabura"  ilaalaa.

dabooruu
GAO

"daburuu" ilaalaa.

dabruu
GAO

"darbuu"  ilaalaa.

dabsuu go.
GAO

1.akka dabu gochuu; Dhaqni isaa lilmoo dabsa. 2. jecha  namaa  karaa  malee hiikuu; Maaliif waana...

dabsuu go.
GAO

1.akka dabu gochuu; Dhaqni isaa lilmoo dabsa. 2. jecha  namaa  karaa  malee hiikuu; Maaliif waana...

dacha'uu go.
GAO

1. waanti diriiraa ture walitti deebi'uu; Uffanni miicamee yoo hintokkosamne walitti dacha' a. 2. n...

dacha'uu go.
GAO

1. waanti diriiraa ture walitti deebi'uu; Uffanni miicamee yoo hintokkosamne walitti dacha' a. 2. na...

dachaa 1 ad.
GAO

kan waan qentee ta'e lama wal irra dirrisee qabu, baaqqee walitti deebi'e yookiin walitti sassaabame...

dachaa 1 ad.
GAO

kan waan qentee ta'e lama wal irra dirrisee qabu, baaqqee walitti deebi'e yookiin walitti sassaabame...

dachaa 2 ma
GAO

waan baay'ee kan of keessaa qabu; Horii dachaa tokkotu jalaa dhume.

dachaa 2 ma
GAO

waan baay'ee kan of keessaa qabu; Horii dachaa tokkotu jalaa dhume.

dachaafachuu go.
GAO

1. waan ofii deebifachuu; Naxalaan kee lafa gayee dachaafadhu.  2.nama arrabsuu Yookiin dubbiidhaa...

dachaafachuu go.
GAO

1. waan ofii deebifachuu; Naxalaan kee lafa gayee dachaafadhu.  2.nama arrabsuu Yookiin dubbiidhaan...

dachafamuu go.
GAO

1. akka walitti deebi'u godhamuu, walitti raramuu. 2. waanti baay'een, fakkenyaaf loon gara manaatt...

dachafamuu go.
GAO

1. akka walitti deebi'u godhamuu, walitti raramuu. 2. waanti baay'een, fakkenyaaf loon gara manaatti...

dachee ma.
GAO

lafa yookiin ardii; Dachee yaadha margaa, jalli kee bishaanii, irri kee midhaanii, qonnee siirraa ny...

dachee ma.
GAO

lafa yookiin ardii; Dachee yaadha margaa, jalli kee bishaanii, irri kee midhaanii, qonnee siirraa ny...

dadaa ma.
GAO

kooticha, biyyoo gurraacha.

dadaa ma.
GAO

kooticha, biyyoo gurraacha.

Sponsors