Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dacha'uu go.
dacha'uu go.
GAO
Hiika
1. waanti diriiraa ture walitti deebi'uu; Uffanni miicamee yoo hintokkosamne walitti dacha' a. 2. namni baay' een yookiin waanti baay' een bakka itti faffaca' anii, deemanii yookiin jiranii bakka duraan ka' anitti deebi'uu; Gaafa du'aa firri walitti dacha' a, Horiin bakka ooltee manatti dachaateetti?
Sponsors