dachaafachuu go.

GAO

Hiika


1. waan ofii deebifachuu; Naxalaan kee lafa gayee dachaafadhu.  2.nama arrabsuu Yookiin dubbiidhaan nama tuquu dhiisuu; Arraba kee na irraa dachaafadhu, si ga'aa!
Sponsors